Fana: At a Speed of Life!

Jilli Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eeliin durfamu Jibuutii gale

Finfinnee, Bitooteessa 2, 2013 (FBC) – Jilli Komishinara komishinii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eeliin durfamu daawwannaa hojiif Jibuutii galeera.
Jilichi wayita Jibuutii ga’u daayreektarri humna poolisii Jibuutii Koloneel Abdullaayii Ab Fariih, Jibuutiitti Amabaasaaddarri Ityoophiyaa Birhaanuu Tsaggayee, aangaa’oonnii olaanoo biroon akkasumaas dippiloomaatoonni simannaa taasisaaniifiru.
Jilichi turtiisaatin leenjii fi dhimma nageenyaa daangaa biyyoota lamaaniirratti Jibuutii waliin waliigaltee ni mallateessaa jedhameet akka eegamuu ragaan Imbaasii Ityoophiyaa Jibuutirra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.