Jilli Kantibaa Choonchuuniin durfamuu Giddugalaa Buddeenaa Lammii daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Jilli Kantiibaa Magaalaa Choonchuun Kooriyaa Kibbaa Doongii Haniin durfamuu Finfinnettii Gidduglaa Buddeenaa Lammii daawwateera.
Giddu galichi Eebila 2015 hojii kan eegale yoo ta’u guyyaatti Buddeenaa kuma 288 ol tolchuu kan danda’u ta’uu OBN gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaan
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.