Fana: At a Speed of Life!

Jilli Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eeliin durfamuu daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa gale

Finfinnee, Bitootessa 11, 2013 (FBC)- Jilli Komishinara komishinii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eeliin durfamuu daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa Juubaa galeera.
Jilichi Juubaa kan galeefSudaan kibbaatti hogganaa tajaajila poolisii biyyaaleessaa Jeneraal Maajaak Akaak affeerra taasisaaniin ta’uu ibsameera.
Hoggantoonni lameen tumsa biyyoota lamaaniirratti ni mari’atuu jedhameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.