Fana: At a Speed of Life!

Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaadarri Chaayinaa Zaa’oo Yu’eeyin durfamu daawwanaaf Jimmaa gale

Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC) –Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaadarri Chaayinaa Zaa’oo Yu’eeyin durfamu daawwannaa hojiif magaalaa Jimmaa seeneera.

Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Jimmaa Abbaa Jifaar gahu itti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Jimmaa Obbo Lataa Ashabbir, itti aanaa kantiibaa magaalichaa Obbo Waasee Girmaa fi Pireezidaantii Yuunivarsiitii Jimmaa Dooktar Jamaal Abbaa Fiixaa dabalatee jaarsoliin biyyaa fi abbootiin amantaa simannaa
taasisaniifii ragaan Waajjira Kominikeeshinii magaalaa Jimmaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.