Fana: At a Speed of Life!

Jilli hoggansa mootummaa naannoo Oromiyaa hojiilee misoomaa Shawaa Bahaa fi Shawaa Kaabaa daawwate

Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Jilli hoggansa mootummaa naannoo Oromiyaa hojiilee misoomaa godina Shawaa Bahaa fi Shawaa Kaabaa daawwate.
 
Jilli preezdaant Shimallis Abdiisatiin duurfamu hojiilee misooma qonnaa godina Shawaa Bahaa daawwateera.
 
Jilichi buufata biqiltuu Soodarees daawwateera.
 
Hoggantoonni godinaalee fi ogeeyyiin qonnaa ammoo hojiilee misooma qonnaa godina Shawaa Kaabaa aanaa Jiddaa daawwataniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.