Fana: At a Speed of Life!

Jilli Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon durfamu aanaa Agaarfaatti qonna qamadii jallisii fi teeknooloojiin deeggaramee daawwate

Finfinnee, Caamsaa 26, 2013 (FBC)- Jilli Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon durfamu Godina Baalee aanaa Agaarfaatti qamadii jallisii fi teeknooloojiin deeggaramee abbootii qabeenyaan oomishamaa jiru daawwateera.

Daawwannicharratti Giiftii Duree aadde Zinnaash Taayyaachoo Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan dabalatee hoggantoonni olaanoo naannichaa argamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.