Fana: At a Speed of Life!

Jilli DooktarTashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Kooyyee Facceetti piroojektota hirmaannaa hawaasaan ijaaraman daawwate

Finfinnee, Caamsaa 24, 2016 (FBC) – Jilli Kaantibaa magaalaa Shaggar DooktarTashoomaa Addunyaan durfamu Kutaa Magaalaa Kooyyee Facceetti piroojektota hirmaannaa hawaasaan ijaaraman daawwateera.

Mana qorichaa Modeela Hawaasaa hirmaannaa hawaasaa baasii Birrii milliyoona 7 Ijaarame dabalatee hojiilee misoomaa biroo daawwateera.

Jilli kun Piroojektotaa hirmanna Hawaasaan hojjetamanii tajaajilaf qopha’aan addaa addaa biroos kan daawwatu ta’uu ragaan Kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.