Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Arsii aanaa Zuwaay Dugdaatti hojii misooma sululaa jalqabsiise

Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Jilli Sadarkaa Ittaanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastara Horataalee Mootummaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Arsii  aanaa Zuwaay Dugdaatti  hojii misooma sululaa eegalchiiseera.

Hojii misooma qabeenya uumamaa kanarratti jiraattonni aanichaa fi magaalaa ogolchoo, barattoonni, barsiisonni, fi hojjattonni mootummaa hirmaataniiru.

Sadarkaa Ittaanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastara horataalee mootummaa Dr Girmaa Amantee,

qabeenya  uumamaa kunuunsuun harama  biyyee  fi faalama qilleensaa ittisuu, galii ikoo Turizimiif Oolchuu fi Carraa hojii uumuuf kan fayyadu ta’uu Dooktar Girmaan ibsuu isaanii ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii aanaa Zuwaay Dugdaarraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.