Fana: At a Speed of Life!

Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Jimmaa aanaa Maannaa ganda Harootti hojii misoomaa daawwate

Finfinnee, Gurraandhala 12, 2013 (FBC) – Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti Hogganaa kilaastera Misoomaa baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Jimmaa aanaa Maannaa ganda Harootti hojii misoomaa daawwateera.
Jilichi hojii buna gamashamuurratti hirmaachuu ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Godina Jimmaarra argame ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.