Fana: At a Speed of Life!

Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Finfinnee gale

Finfinnee, Adoolessa 20, 2014 (FBC) – Jilli Atleetiksii Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaan injifannoo boonsaa galmeesse Finfinnee galeera.

Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’u simannaa hoo’aan taasiifameefira

Hoggantoonni mootummaa olaanoo fi qaamoleen dhimmichi ilaallatu simannaa taasiisaniifiru.

Jilichaaf guyyaa boruu simannaan gootaa ni taasiifama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.