Fana: At a Speed of Life!

Jilli Atileetota Itiyoophiyaa gara Kaameeruunitti imale

Finfinnee, Waxabajjii 12, 2016 (FBC)- Jilli Atileetota Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 23ffaarratti hirmaatu gara Kaameeruunitti imaleera.

Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 23ffaan qopheessummaa Kaameeruuniin Duwaalaatti kan gaggeeffamu ta’uu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Shaapiyoonicharratti Itiyoophiyaan dubartoota 34 fi dhiira 43’n kan hirmaattu ta’uun eerameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.