Fana: At a Speed of Life!

Jilli Ajajaa Olaanaa Humna Waraana Lafarraa Ugaandaan durfamu hidha haaromsaa daawwate

Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Jilli Ajajaa Olaanaa Humna Waraana Lafarraa Ugaandaafi Gorsaa Olaanaa Duula Addaa Pireezidaant Yuweerii Muuseveenii Letenaal Jeneraal Muuhoozii Kiinuuruugaabaan durfamu hidha guddicha haaromsaa Ityoophiyaa daawwate.

Jilichaaf dhimma hidha haaromsaarratti ibsi taasifameera.

Jilichi kanaan dura magaalaa Finfinneetti bu’uuraalee misoomaa nageenyaafi giddugalawwan teekinooloojii daawwateera.

Jilichi tibba darbe ture daawwannaa hojiif magaalaa Finfinnee kan seene.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.