Fana: At a Speed of Life!

Jilli abbootii qabeenyaa Suudaan Baalee gale

Finfinnee, Fulbaana 19, 2013 (FBC)- Gareen jila abbootii qabeenyaa Sudaan godina Baalee galeera.

Jilichi wayita Baalee ga’aa hoggantoota olaanoo bulchiinsa godinichaatin simannaa ho’aan taasifameefiira.

Miseensoota 22 of keessatti kan qabate jilli abbootii qabeenyaa Sudaan daawwisaa Baalee taasiseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.