Fana: At a Speed of Life!

Jilli Aadde Caaltuun durfamu Warshaa Simmintoo Naashinaalii Lamii daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 20,2015 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misooma Aadde Caaltuu Saaniin durfamu haala ijaarsa Warshaa Simmintoo Naashinaalii Lamii daawwateera.

Hanga Baatii Waxabajjiitti hojiin Maashina warshichaa dhaabuu xumuramuun bara dhufu baatii Amajjii oomishaa ni eegala jedhameera.

Warshichi humna guutuun gara hojiitti wayita gale guyyaatti simmintoo kuntaala kuma 150 kan oomishu ta’uun ibsameera.

Aadde Caaltuu Saanii , warshichi guddina waliigala diinagdee biyyaa %19 qooda qabachuu eeraniiru.

Warshichi humna guutuun yommuu oomishatti galu rakkoo damichaan mul’atuu ni fura kan jedhan Aadde Caaltuun,kanaafis Mootummaan deeggarsa barbaachisu hunda ni taasisa jedhaniiru.

Warshaan Simmintoo Naashinaalii Lamii fedhii Simmiintoo biyyattii %50 ni guuta jedhameera.

Waandimuu Addunyaatu Gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Finfinnee, Bitootessa 20,2015 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misooma Aadde Caaltuu Saaniin durfamu haala ijaarsa Warshaa Simmintoo Naashinaalii Lamii Daawwateera.

Hanga Baatii Waxabajjiitti hojiin Maashina warshichaa dhaabuu xumuramuun bara dhufu baatii Amajjii oomishaa ni eegala jedhameera.

Warshichi humna guutuun gara hojiitti wayita gale guyyaatti simmintoo kuntaala kuma 150 kan oomishu ta’uun ibsameera.

Aadde Caaltuu Saanii , warshichi guddina waliigala diinagdee biyyaa %19 qooda qabachuu eeraniiru.

Warshichi humna guutuun yommuu oomishatti galu rakkoo damichaan mul’atuu ni fura kan jedhan Aadde Caaltuun,kanaafis Mootummaan deeggarsa barbaachisu hunda ni taasisa jedhaniiru.

Warshaan Simmintoo Naashinaalii Lamii fedhii Simmiintoo biyyattii %50 ni guuta jedhameera.

Waandimuu Addunyaatu Gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.