Fana: At a Speed of Life!

Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu Shaashimanneetti hojiiwwan misoomaa garagaraa daawwate

Finfinnee, Sadaasa 15, 2013 (FBC)- Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Kilaastera magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Shaashimanneetti hojiiwwan misoomaa garagaraa daawwateera.
Jilichi magaalichatti hojiilee proojakti garaagaraa magaalaa Shaashamannee keessatti ijaaramanii fi ijaaramaa jiran kan daawwate.
Buufata konkoolaata baasi Birrii miiliyoona dhibba 1 miiliyoona 78 oliin ijaaramaa jiru daawwataniiru.
Dabalataniis ijaarsa Waajjira bulchiinsa magaalaa Shaashimanne Birrii miiliyoona dhibba 3 miiliyoona 50n ijaaramaa jirus daawwateera.
Daagimaawi Daksiisaatu gaabase
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.