Fana: At a Speed of Life!

Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu Sabbataatti hojiiwwan misoomaa garagaraa daawwate

Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Kilaastera magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saaniin durfamu magaalaa Sabbataatti hojiiwwan misoomaa garagaraa daawwateera.
Jilichi magaalaa Sabbataa ganda Furiitti hojiiwwan bu’uuraalee misoomaa dawwaachuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii magaalaa Sabbataarra arganne ni muul’dhisa.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.