Fana: At a Speed of Life!

Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu aanaalee godina Jimmaa garaagaraatti daawwannaa taasisaa jira

Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Misooma Magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saaniin durfamu aanaalee godina Jimmaa garaagaraatti daawwannaa taasisaa jira.

Jilichi aanaa Qarsaatt dargaggoota hojii gabbisa loonii  fi horsiisa Qurxummirratti hirmaataa jiran kan daawwate yoo ta’u, yeroo itti aanu mootummaan deeggarsa barbaachisu kan taasiisu ta’uu aadde Caaltuun dubbataniiru.

Afawarq Alamuutu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.