Jilli Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Daandiiwwan 9 ijaarsi isaanii xumurame eebbisiise
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) – Jilli Kantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu Daandiwwan Aspaaltii 9 baasii Birrii biiliyoona 2 oliin ijaaramanii xumuraman eebbisiiseera.
Daandiiwwan Kiiloo meetira 20 dheeratuu fi meetira 43 bal’atu ijaarsi isaanii xumurame eebbisiisuun tajaajilaaf banaa taasiisaniiru.
#Oromia # Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.