Fana: At a Speed of Life!

Jijjiirraan nootii Birrii moofaa  har’a xumurama

Finfinnee, Muddee 6, 2013 (FBC)- Jijjiirraan nootii Birrii moofaa  har’a xumurama.

Mootummaan Fulbaana 4, 2013 noottiiwwan moofa abba 10, 50 fi 100 jijjiiruu fi abba 200 haara ifoomsuun isaa ni yaadatama.

Kanarratti hundaa’e daangaan yeroo Birrii moofaan bituu fi gurguruu fi jijjiirraan noottii haaraaf ka’ameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.