Jijjiirraa baraatti madfiin si’a 21 dhukaafama
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)-Ayyaana jijjiirraa bara haaraa boru Fulbaana 1, 2016 kabajamu ilaalchisuun madfiin si’a 21 ni dhukaafama jedhame.
Madiiin kunis boruu sa’aatii 12:00 irraatti kan dhukaafamu ta’uu ragaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.