Fana: At a Speed of Life!

Jibuutiitti Embaasiin Ityoophiyaa godaansaaf saaxilamtota 141 baraaruu beeksise

Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)-Jibuutiitti Embaasiin Ityoophiyaa godaansaaf saaxilamtota 141 baraaruu beeksiseera.

Godaantonni kunneen haala ulfaataan bidiruu daddabarsitoota seeraan alaan gara Yemenitti imalaa turuu Embaasichi ibseera.

Godaantonni kunneen naannoo Galaanaa Diimaa Gammoojjii Godoriyaa Jibuuttiitii baaraaruu akka danda’e himeera.

Kanaan walqabatee daddabarsitoonni seeraan alaa namoonni lama to’annoo jala oolfamuu ibseera.

Embaasichi guyyaa kaleessa Biiroo Dhaabbata Gondaatotaa Idil Addunyaa Jibuutiitti argamu waliin ta’uun godaansaaf saaxilamtoota 160 gara biyya isaaniitti deebisuun ni yaadatama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.