Fana: At a Speed of Life!

Jibuutiirraa Finfinneetti konkolaattota baaburaan geejibsiisuun eegalame

Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Waldaan Aksiyoona Geejiba Baaburaa Ityoo-Jibuutii konkolaattota Jibuutiirraa gara Finfinneetti tajaajila geejibsiisuu eegalchiise.

Tajaajilli eegalame yeroo tokkotti konkolaattota 240 geejibsiisuu kan danda’u yoo ta’u, sagantaa tajaajilicha eegalchiisuutiin konkolaattota 24 Finfinneetti geejibsiiseera.

Waldichi tajaajila eegalchiise babalisuuf karoora qabatee keessaa tokko yoo ta’u, fuuldurattis tajaajiloota biroo kan eegalchiisu ta’uun ibsameera.

Maddii:-TOI

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.