Jibuutiin waliigaltee Nageenyaa Ityoophiyaatti taasiifame dinqisiifatte
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Giilleen waliigaltee Nageenyaa Mootummaa Ityoophiyaa fi ABUT gidduutti taasifame dinqisiifatan.
Waliigaltichi nageenyaa fi tasgabbii naannawaa Baha Afrikaaf murteessaa ta’uu ergaa dinqisiifannaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin barreessaniin eeraniiru.
Waliigalteen taasiifame Nageenya, Tasgabbii fi Badhaadhina Ummattoota Obboleeyyaan Ityoophiyaaf daraan murteessaa ta’uu ibsuun, qaamolee milkaa’ina isaaf qooda qaban hunda galateeffataniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.