Fana: At a Speed of Life!

Jeneraalonniifi qondaaltonni waraanaa olaanoon Eertiraa Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Jilli Jeneraalotaafi qondaaltota waraanaa olaanoon Eertiraa Jeneraal Abrahaam Kaasaan durfamu Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinnee daawwateera.

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, jeneraalonni waraanaa Eertiraa baga gara mana keessan isa lammaffaa nagaan dhuftan jechuun barbaada jedhaniiru.

Jilichi hojiilee bulchiinsi magaalichaa tajaajilamtootaaf tajaajila si’ataa kennuuf hojjete daawwateera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.