Fana: At a Speed of Life!

Jeneraal Mohaammad Hamdaa Daagaloon Finfinnee galan

Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC) – Ajajaan Humna Addaa Sudaan Jeneraal Mohaammad Hamdaan Daagaloon har’a ganama magaalaa Finfinnee galaniiru.

Jeneraal Mohaammad Hamdaan wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’an Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin simatamaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.