Fana: At a Speed of Life!

Jeneraal Alburhaan marii nageenyaaf qophii ta’uu ibsan

Finfinnee, Fulbaana 12, 2016 (FBC)- Duraa Taa’aan Mana Maree Ce’umsaa Birmaddummaa Sudan Jeneraal Abdulfettaa Alburhaan Ajaja humna Adda Sudaan Mahammad Hamdaan Dagaaloo waliin marii nageenyaa taasisuuf eeyyamamoo ta’uu ibsan.

Humnoonni lameen bara faranjoota kana baatii Eeblaarra eegalee wal waraanaa kan turan yoo ta’uu akka gabaasa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaannitti walitti bu’iinsa kanaan lubbuun namoota kuma 5 olii darbu fi lammiileen miiliyoona 5 ol immoo qe’ee fi qabeenyaa isaanirra buqqa’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.