Fana: At a Speed of Life!

Jastiin Truudoon daawwannaa Ityoophiyaa xumuran

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Kaanaadaa Jastiin Truudoon daawwannaa guyyoota sadiif Ityoophiyaatti taasisan xumuruun gara Seenegaal imalan.

Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachawii fi aanga’oonni olaanoon Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun gaggeessaniiru.

Jastiin Truudoon daawwannaa Ityoophiyaatti taasisan milkiin xumuruu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI irraa argame ni muul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.