Fana: At a Speed of Life!

Jarman Ityoophiyaatti hoomaa awwannisaa ittisuuf kan ooluu deeggarsa doolaraa miiliyoona 6 ol taasifte

Finfinnee, Waxabajjii 30, 2013 (FBC)- Jarman Ityoophiyaatti hoomaa awwannisaa ittisuuf kan ooluu deeggarsa doolaraa miiliyoona 6 ol taasifteetti.

Jarman, karaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaan, Afrikaa Bahaatti awwaannisa gammoojjii ittisuuf deeggarsa Doolaaraa miiliyoona 12 ol deeggarsa taasisuu ifoomsite.

Akka EBC’n gabaasetti Doolaaraa miiliyoona 12 keessaa doolaarri miiliyoona 6 ol Ityoophiyaatti awwannisa gammoojjii ittisuuf oola jedhameera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.