Fana: At a Speed of Life!

Jarman filannoo waliin walqabatee deeggarsa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 91 taasifte

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC) – Mootummaan Jarmaan adeemsa bara filannoo bara Faranjootaa 2020 hanga 2025 jiru gama komishinii Awurrooppatiin Ityoophiyaatti bulchiinsa filannoo fi gaggeessuummaa bu’aa qabeessaa akka jiraatuuf deeggarsa misooma taasisuu ibsameera.

Deeggarsi taasifame Yuuroo miiliyoona 4 yookaan ammoo Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 91.58 yoo ta’u, tasagabbii, nageenyaa fi badhaadhinaa Ityoophiyaaf kan oolu tahuu eerameera.

Fuula feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa yuutyuubii keenyan nu hordofuuf fbc afaan oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna!

 

 

 

 

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.