Fana: At a Speed of Life!

Jala bultiin Irreecha Hora Baaroo Marii Paanaaliin Magaalaa Gaambeellaatti kabajamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Jala bultiin Ayyaana Irreechaa Hora Baaroo Marii Paanaaliin Magaalaa Gaambeellaatti kabajamaa jira.

Irreechi Malkaa Baaroo guyyaa boruu Magaalaa Gaambeellaatti nickabajama.

Haala Irreecha malkaa Baaroo cimsuun danda’amuu fi bu’aawwan gama walitti dhufeenya sabootaan irreechi gumaachaa jiru itti fufsiisuun danda’amurratti Galma Waajjira Af yaa’ii Mootummaa Naannoo Gaambeellaatti mariin gaggeeffameera.

Maricharratti Abbootiin Gadaa, hoggantoonni Naannoo Gaambeellaafi godinaalee Oromiyaa akkasumas kutaaleen Hawaasa adda addaa argamuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.