Fana: At a Speed of Life!

Jala bultii ayyaana Irreecha hora Finfinnee

Finfinnee, Fulbaana 24, 2017 (FBC) – Kabaja ayyaana Irreechaa Hora Fnfinneef haawasni godinaalee Oromiyaa garagaraarraa walitti babba’uun qophii taasisaa jiru.

Karra Finfinnee Shananittuu keessummootaaf simannaa hoo’aan taasiifamaa jira.

Obsee Waggaariitu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.