Iyvoorii Koost waancaa Afrikaa 33ffaa ala taate
Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan moo’anii darbuu Iyvoorii Koostii fi Gibtsi gidduutti taphatame olaantummaa Gibtsi xumurameera.
Taphni idilee goolii malee xumuramuun rukkuttaa bilisaan Gibtsi goolii 5 fi 4n Iyvoorii Koost injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbuu mirkaneeffatteerti.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.