Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti yeroo jalqabaatiif giddugalli leenjii buna ammayaa’aan eebbifame

Finfinnee, Waxabajjii 1, 2013 (FBC)-Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Ityoophiyaa yeroo jalqabaatiif giddugala leenjii buna ammayaa’aan eebbisiiseera.

Eebbicharratti Ministirri Ministeera Qonaa obbo Umaar Huseen dabalatee, aangaa’oonni hojii mootummaa olaanoo fi hoggantoonni dhaabbilee idil addunyaa argamaniiru.

Obbo Umaar Huseen, ijaarsi guddugalichaa buna qulqullina qabu gabaa addunyaaf dhiyeessuuf shooraa olaanaa qaba jedhaniiru.

Sadarka bunaa biyyatti guddisuu fi fayadamummaa sharafa biyya alaa akka guddisuus ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.