Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti waltajjiin haalota raammoo Giinii baalleessuu danda’amurratti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) –Ityoophiyaatti waltajjiin haalota raammoo Giinii baalleessuu danda’amurratti gaggeeffamaa jira.

Sagantichi guyyoota lamaaf kan turu ta’uu Ministirri Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa beeksisaniiru.

Waltajichaan raammoo giinii balleessuf malootni gurguddoo akka adda bahan ibsaniiru.

Hirmaannaa qaamolee dhimmi ilaallatuun Ityoophiyaa keessaa guutummaatti balleesuuf tarsiimoo haaraa qopheessurratti akka xiyyeeffatan ibsaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.