Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti sa’aatii 24 darbetti namoota 965 qorannaan laaboraatoorii taasifameefii hundinu bilisa ta’aniiru

Finfinnee, Eebila 15, 2012 (FBC)- Ityoophiyaatti sa’aa 24 darbetti namoota 965 qorannaan laaboraatoorii taasifameef keessaa namoonni vaayrasichaan qabaman kan hin jirre ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.
 
Waliigala lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 116 ga’eera.
 
Namoota vaayrasiin kun irratti argame keessa namoonni 21 yoo dandamatan, namoonni 90 ammoo yaalarratti argamuu isaanii Ministeerichi beeksiseera.
 
Ityoophiyaatti hanga ammaatti namoota kuma 10 fi 736f qorannaan laaboraatoorii taasifameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.