Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoota dabalatan 531 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu lubbuun namoota 11 darbeera

Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)-Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin, samuudaa namoota 5,288f qorannaan hojjetamee namoota 531 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksiseera.

Lubbuun namoota 11kan darbe yoo ta’u, waliigalaan namoonni vaayrasichaan lubbuun isaanii darbe 1,766 qaqqabeera.

Waliigala Ityoophiyaatti namoonni 114,266 vaayraasichaan qabamaniiru.

Guyyaa kaleessa namoonni 2,145 vaayrasicharraa yoo dandamatan, waliigala lakkoofsi namoota dhibicharraa dandamatanii kuma 84 fi 948 qaqqabeera.

Yeroo ammaatti namoonni 312 wallaansa yaala addaa keessatti argamu.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.