Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 13, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 841 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 12 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,947f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 841 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 675 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 18,343 irratti argama.

Namoonni 337 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 12 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,271 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 151,857 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.