Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 469 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Muddee 9, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 469 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 3 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,313f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 469 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 1,294 dandamataniiru.

Namoonni 15,493 yaalarratti argamu.

Namoonni 258 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 3 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 1,846 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 119,494 vaayrasichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.