Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 23 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)– Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 23 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namaa darbe hin jiru.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,869 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 23 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 1993 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 23,072 irratti argama.

Namoonni 14 wallaansa cimaa keessatti argamu.

lubbuun namaa darbe hin jiru.

Waliigala lubbuun namoota 7,492 darbeera.

Hanga ammaatti namoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 69 fi 679 qabamaniiru.

Namoonni 24,534,697 talaallii fudhataniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.