Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 220 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 1,2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 220 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 11 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 3,952f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 220 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 113 dandamataniiru.

Namoonni 12,510 yaalarratti argamu.

Namoonni 200 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 11 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 1,985 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 127,792 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.