Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,332 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee,Bitootessa 2, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,332 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota17 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,065 gaggeeffameen vaayrasichi namoota1,332 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 805 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 27,885 irratti argama.

Namoonni 428 wallaansa cimaa keessatti argamu.
Lubbuun namoota 17 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,483 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 171,210 dhibichaan qabamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.