Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,202 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 30, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,202 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 9 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,566 gaggeeffameen vaayrasichi namoota 1,202 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 893 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 26,350 irratti argama.

Namoonni 427 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 9 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,451 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 168,335 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.