Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti bakkeewwan daawwanna turizimii ta’anitti hojiin farra ilbiisotaa biifuu eegalame

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti bakkeewwan daawwanna turizimii ta’anitti hojiin farra ilbiisotaa biifuu eegalame.
 
Muuziyamiin Biyyaalessaa hojii farra ilbiisotaa biifuu kana eegalchiisaniiru.
 
Hojiin farra ilbiisotaa biifuu kun hambaalee irrattis ni raawwatama jedhameera.
 
Fulduratti hojiin farra ilbiisotaa biifuu dhagaa dhaabbii Xiyyaa, gamoo Harar, Faasila Dasii fi Laallibalaa akkasumaas hambalee hundatti akka biifamu Turiizimiin Ityoophiyaa beeksiseera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.