Ityoophiyaanoonni kumni 2 fi 536 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 2 fi 536 gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf hojiin qindoomina qabu hojjetamaa jiraachuu himameera.
Lammiilee gara biyyaa deebi’an keessaa 333 dubartootaa fi daa’immaan 161 dabalatee kumni 2 fi 536 gara biyyasaanii deebi’aniiru.
Deebitoonni buufata Xiyyaaraa Boolee Idil Aaddunyaa wayita ga’aan simannaa taasifamuufi ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.