Ityoophiyaanoonni kumni 1 fi 777 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2013 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 77 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf qindoominni taasifaama jiraachuu ibsameera.
Guyyaa kaleessaa lammiileen kumni 1 fi 777 gara biyyaa akka deebi’an taasifamuu ragaan Dubbii Himaa Ministeera Dhimmaa alaarraa argamee ni muul’dhisa
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.