Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanoonni 60 Libaanoosii gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Adooleessa 2, 2013 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa 60 Libaanoosii gara biyyaa deebi’aniiru.

Waajjirri Qonsiilaa FDRI Beeruut qaamolee ilaallatuu waiin ta’uun lammiilee sanadaa hin qabne sababoota garagaraatin Libaanoosiitti waldaa koomiyuniity Ityoophiyaa yeroo keessaaatti daa’atanii jiraan keessaa 60 gara biyyaa deebisuun danda’ameera.

Deebitoonni kunneen wayita buufata xiyyaaraa Boolee Idil Addunyaa wayita ga’aan hojjeettoonni Ministeera Dhimma Alaatti daayreektarri waliigala dhimmoota Qonsilaa simannaa taasisuufi ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argamee ni muul’dhisa.

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.