Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanoonni 44 Beeruutii gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Caamsaa 21, 2013 (FBC)-Lammiilee Ityoophiyaa 44 Libaanoos Beeruutii gara biyyaa deebi’aniiru.

Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun lammiilee kanneen simachuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna..

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.