Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanoonni 343 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Gurraandhala 6, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonni 343 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyyaa deebi’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.

Ministeera Dhimma Alaatti Bakka bu’aan daayreektara Jeneraalaa Dhimmoota Qoonsilaa Buufata Xiyyaaraa idila Addunyaa Booleetti argamuun deebitoota kanneen Simataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.

Viidiyoowwanis daawwadhaa.

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.