Ityoophiyaanoonni 160 Yamanii gara biyya deebi’an
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Lammiilee Ityoophiyaa 160 Yamaniirra deeggarsa dhaabbataa baqattootaa idil addunyaatin gara biyyaa deebi’aniiru.
Kanneen har’a gara biyya deebi’an keessa 42 Wiixata darbee Jibuutiitti doonii dhidhimtee keessaa kan hafaan ta’uu ibsameera.
Ityoophiyaanoota har’a gara biyyaa deebi’aanif baasii geejjiba Ameerikaatti waajjira Ministeera Dhimma Alaa dippartimeentii uummata,baqattootaa fi yaa’insaa uwwisuu ibsameera.
Yamanitti baqattummaa seeraa alaa taasifamuu cimaa ta’uu ibsameera.
Daddabarsa namootaa kara seeraan alaa galaanaarratti taasifamuu guyya gara guyyaatti lubbuu hedduu darbaa jiraachuu ibsameera.
Maddi:- IOM