Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanoonni 135 Oomaanii gara biyya isaanii deebi’an

Finfinnee, Muddee 28, 2013 (FBC) – Ityoophiyaanoonni 135 Oomaanii gara biyya isaanii deebi’uu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa beeksise.

Lammiilee har’a gara biyya isaanii deebi’an hundi dhiiroota ta’uu ibsameera.

Bakka bu’aan daayreetara jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaa buufata Xiyyaaraa idila addunyaa Booleetti argamuun lammiilee kanneeniif simannaa taasiisaniiru.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.